Waajjira Milishaa Godina Jimmaa
Haala Hojiiwwan Ijoo
Qindoomina
Qaamolee nageenyaa waliin karaa ijaarameen hojii nageenya godinaa mirkaneessuu
irratti hariiroo gaarii qabaachuu keenyaa fi qindoominni jiraachuu.
Sagantaa idilee MMN karaa walittifufiinsa qabuun gaggesssaa adeemuu keenya.
Kallattii kaa’amu hojiirra oolchuu qaamolee nageenya aanaa gaggeessitoota poolisii,
bulchiinsaa fi nageenyaa fi milishaa ol waamuu qorachuu, oranteeshinii kennuun
bobbaasuu irratti haalli gaariin jiraachuu.
Akka godinaatti hojiin nageenyaa ajandaa hoggansaa ta’uu isaa fi hoggansi hundi gadi
bu’uun aarsaa barbaachisu kaffaluun ummata ijaaruun humni diinaa shanee akka godina
jimmaa hin seenne taasisuu isaa.
Haala Ijaarama Milishaa
Baayyina Milishaa
lakk Milshaa Dh Du Ida’ama Ibsa
1 Hidhannoo qabu 7954 o 7954
2 Hidhannoo hinqabne 39,295 3215 42,510
Ida’ama 47,249 3215 50,464
Gurmaa’ina Milishaa
Gurmaa’in Salgii Tuuta Humna Cifraa Birgeedii
a
Milishaa 5607 569 134 21 1
Humna Furguggaatuu/ Dafee qaqqabaa milishaa
Ijaaramni isaa akka aanaatti 400 waliigala milishaa humna dafee qaqqabaa
Haala Ijaarama Gaachana Sirnaa
Baayyina Nama GS’n Ijaarame
Baayyina Dh Du Ida’ama Ibsa
GS 260,322 54,354 314,676
Gurmaa’ina GS
Gurmaa’in Salgii Tuuta Humna Cifraa Birgeedii
a
GS 3614 21 1 21 1
Haala Leenjii Milishaa Bara Kanaa
Lakk Leenjii Karoora Raawwii %
Milishaa Dh Du Id Dh Du Id
1 Human 8,200 0 8200 8,200 0 8200 100
furguggaatuu
2 Buleeyyii 33,340 3215 36,555 39,049 3215 42,264 100
3 Haaraa 5709 - 5709 5709 - 5709 100
Ida’ama 47,249 3,215 50,464 47,249 3215 50,464 100
Haala baajata leenjii milishaa
Lakk Madda Karoora Raawwii %
baajataa
1 Hir/ummataa 40,510,600 42,000,000 100
2 Mootummaa 2,000,000 4,712,000 100
Ida’ama 42,510,000 46,712,600 100
Harcaatii milishaa
Sababa
Umuriin Du’aan Naamusaan dhukkubaan Ida’ama
340 48 207 208 803
Uffannaa Milishaa Ilaalchisee
Hirmaannaa Uummataan Milishaa Uffisuuf Hojii Hojjatamaa Jiru,
Karoora 75,700,000 raawwii 32,500,000 (% 42.9)
Baajataa mootummaa
Karoora 1,500,000 raawwii 1,500,000 (% 100)
Waliigalaa karoora = 77,200,000 raawwii = 34,000,000 (%44)
Waraqaa Eenyummaa Milishaa Kennuu Hojii Hojjatamee
Karoora 44,755 raawwii 44,755 (% 100)
Qarshii kanaaf baasii ta’ee = 2,237,750
Gabaasa Hojii Gurguddoo Waajjira Milishaa Godina Jimmaa
Adoleessa hanga Muddee Bara - 2015
Hojilee Gurguddoo baatii jaha (6) kanaa hojjatamuuf karoorfaman
a. Dandeettii Raawwachiisummaa Milishaa Cimsuu
b. Hojii dhiheessii Loojistikii Milishaa fi Hirmaannaa Uummataa fooyyessuu
c. Hojii Bobba’iinsaa Milishaa geggeessuu
d. Gurma’insaa,BulchinsaaGaachaana Sirnaa Cimsuu,
e. Sona Aadaa Hawaasaan Nageenyaa Mirkanneessuu
f. Hojii Irra Oolmaa Meeshaalee Jijjiiramaa (riifoormii) Fooyyeessuu
Dandeettii Raawwachiisummaa Milishaa Cimsuu
Humna Raawwachiiftummaa Caasaa Nageenyaa Cimsuu
Leenjii Milishaa Ilaalchisee
Leenjii Gabaabaa Boqonnaa Qophii Irratti Milishaa Kenname
Boqonnaa qophii karoora irratti Marii caasaa nageenyaa waliin gaggeefame jira
Hojjataa waajjira = 75
Milishaa = 44,755
Gachanaa sirnaa = 314,676
Uummataa ballaa = 530,798
Milishaa Duran,gachana sirna fi Milishoota uummataa keessa filatamaani Leenjii aanaa 21 fi
gandoota 569 keessatti guyyaa 3f haala gaarii ta’een kennameera.
Leenjii Humna Furgaatuu Ilaalchisee
Haala nageenyaa Godinnicha bu’uura godhachuudhaan milishoota ciccimoo Stand baay 8200 fi
milishoota jiran waliin qinda’un nageenyaa godina isaanif Aanaaalee isaani haala gaarii fi cimina
qabun kan mirkaneessa jiranu dha.
Karoora 8200 raawwii 8200 (% 100)
Leenjistoota ramadamanii leenjii kennan polisii 22 kora bittinneessaa 32 miseensa hoomaa
waraanaa 66 kaabinee aanaa 48 walitti 168
Baajata mootummaa 1,200,000 hirmaannaa ummataa 948,000 walitti 218,4000
Leenjii Milishaa Buleeyyii Waliigalaa
B. Qophii Dursaa Taasifame
Karoorri haala qabatamaa gandaa fi aanaatiin qophaa’uu isaa
Milkaa’ina leenjii kanaaf koreewwan adda addaa ijaaramanii hojiitti galuu isaanii.
Komaand poostiin gabaasaa godinni aanaalee 21 kilaastera 4’n qooduun humna namaa 8
ramaduun hojiitti galchuu keenyaa fi aanaaleenis gandoolee qaban kilaasteraan qooduun
komaandi postii kan ijaaranii hojiitti galchan ta’uu isaa.
Leenjistoota adda baasuu ilaalchisee humna poolisii aanaa irraa 507 hoomaa waraanaa irraa
266 humna leenjii siyaasaa kennu irraa 498 w/ra milishaa fi B/ nageenya irraa 96 waliigala
leenjii kana kennuuf humni 1379 ramadamaniiru.
Maateriyaalii leenjii bultii 15 kennamu hunda gosti 4’n dursee qophaa’uu isaa.
Milishaa sadarkaa aanaatti dirqama irra jiru ilaalchisee
Iddoowwaan oppireshiini adda ba’ani milishaan eegama jiran
Iddoowwaan baayyina oppireshiinif =70
Humna milishaa ramadamee=1290
Poolisii = 250
Hum/Adda= 120
Riphee lolaa =170
Baayyina iddoowwan eegumsa riphee lolaa =14
Humna poolisii ramadame =28
Milishaa ramadame =206
Farra riphee lolaa ramadame=130
Humna adda ramadame =100
Ciminoota Ijoo
Boqonnaa qophii irraa kaasee xiyyeeffannoo kennamee hojii hojjatameen milkaa’inni
baayyee galmaa’uu.
Nageenya godinichaa mirkaneessuu milishaa leenjisuu, gurmeessuu fi bobbaasuu irratti
hojiin bu’aa qabeessa tae hojjatamuu isaatiin Diinii shaneen akka godina keenyaa hin
galee gochuun hojiin gaariin hojjatamuu isaa.
Leenjii milishaa istadaardii fi karaa qulqullina qabun harcaatii tokko malee kennamu.
Qindoomini qaamoolee nageenyaa waliin jiru baayyee gaarii ta’uu isaa f
Hoggansi olaanaa hojii nageenyaa ajandaa taasisuun deeggarsi sadarkaa sadarkaan
taasisu bu’aa qabeessa ta’uu.
Hanqinnoota Ijoo
Aanaaleen bifa walfakkaatuun hojii nageenyaa irratti Oppireeshiinii gaggeessuu dhabuu
Raawwii hojii irrattis aanaalee walfakkeessuu dhabuu rakkoo lojestikii irraa kan ka’e
deeggarsaa fi hordoffii gahaa gaggeessuu dhabuu.
Odeeffannoo haalaa qulqullina qabuun yeroon argachuu dhabuu.